Genesis 34:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni Yakobo ala galte waan hammaate d'ageennaani aka hama rifatte guddo dallante, waan Shekemuuni intala worra buufate gosa Israeli miid'eefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoolleen Yaaqoobii waan kana haga dhagayan lafa gammoojji'iitii galanii guddisanii nayanii Seekeem mucattii Yaaqoobii habaxeessu'uun Israa'eliin waan salphiseef, waan shinga'aa waan raawwateef guddisanii lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Yaaqoobii akkuma tikaa dhufaneen waan te'e dhage'ane. Sheekem intala Yaaqoobii hunnaan bantii balleessiisaan kolbaa Israa'elii waan salphiseef, isaan guddoo aarane.