Genesis 34:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hamoriini waan Yakobooni jed'e, Gurbaani kiyya Shekemuuni ya guddo intala tante jaalate, anini si kad'ad'a intala naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eemoorillee, «Ilmi kiyya Seekeem waan isii jaalateef haadha manaa akka isaa taatu yabo'oo isii isaa kennaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hamoor ammoo obboleeyyan Dina'aatiin, «Ilmi kiyya Sheekem intala teessan guddoo jaalateera. Maganne'ee fuudhuutii kenna'aaf.