Genesis 35:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'eeni, Anini Waaqa Gudda; daraari, ilmaani heddu d'ali. Gochiti hedduuni siraa uumamte, hayyooti hedduuni si keesaa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi waa maraa danda'u ana; horii baay'adhu; baniinii fi mootonnillee gudeeda kee keessaa bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi isaan, «Ani Waaqa waan mara dande'u. Hori, bacadhu! Gosi biyya adda addaa si irraa hin dhaggaman; moototille si irraa hin dhalatan.