Genesis 35:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yakobooni waan worra isaatiifi nama isa woliini jiruuni jed'e, waaqoota harkaani boch'ani, ta lafa nyaapati kad'attani taani gata ufi qulqulleesa, woya jijirad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Yaaqoobillee maatii ufiitii fi worra isa woliin jiran maraan «Waaqolee tolfamaa jidduu keessanii balleessaa'a, qulqulloota ta'aa'a, uffata keessanillee jijjiiradhaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Yaaqoob maatii ifiitii fi worra isa woliin jiruun, «Waaqota orma odduu teessanii qaddanu baasa'a; nafa keessan qulqulleeffadha'a; woyaa teessanille jijjiiradha'a.