Genesis 35:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Israeliini lafa suni keesa jiru, Reubeniini niiti jaalto abba isaa ta Bilha jed'ani barate; duuba Israeliini waan kana d'agaye aka hama dallane. Yakobooni ilmaani d'iira kud'ani lama qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Israa'el biyya san taa'e Roobeel deemee Baalaa abbaan isaa mata gala itti galu bira gaye; waan kana Israa'el hin dhagaye. Ijoolleen Yaaqoobii kudha lama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob lafa san adoo le'iisatti jiruu, Ruuben niitii abbaa ifii Bilhaa gursumeettii woliin rafe; Yaaqoobille waan kana dhage'e. Yaaqoob ilmaan kudhanii lama qabaayyu.