Genesis 35:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani hojattu Lea, ta Zilpa jed'ani, Gadifi Asheri. Ijoolleeni tunini ch'ufti Mesopotamiati d'alatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Zalafa'aa ta garbittii Liya'aa Gaadii fi Aseer. Kunniin ijoollee Sooriyaa keessatti laga lamaan jiddu'utti Yaaqoobii dhalatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan garbittii Liya'aa Zilfaan Yaaqoobiif deette: Gaadii fi Asheer. Ilmaan Yaaqoobii worri phaadaan-Aaramitti dhalatane isaan kana.