Genesis 35:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni gara Mamre, ta d'aatu Hebroni, lafa duri Abrahamufi Isaaqooni taani, gara abba isaa d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob gara abbaa ufii Abrahaamii fi Yisaaqii gara lafa isaan galtuu ta'anii keessa jiraatanii gara lafa Maammire'ee, gara lafa Qiriyaat'arbaaqii, gara Keebroonii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob qachaa Mamre'eetitti Kebroon bira, addee Abrahaamii fi Yisihaq le'ane gara abbaa ifii Yisihaqii dhaqe.