Genesis 35:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, Betheli godaane, achiti anini Waaqa ka gaafa anini d'iba qabu na qarqaare fulla anini deeme ch'ufati na wahelche, fulla sorio iti qalani mid'aasaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka'aa gara Beeteelii dhandhaa; achitti Waaqa hennaa rakkoo kiyyaa naa dhagaye, Rabbii karaa ani deeme marattuu na woliin ta'ee ciincaa dhiyeessaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowaa gara Bet'elii deenna. Waaqa yennaa rakkoo tiyyaa na qarqaaree, addee maratti na woliin jiraateef, addee ciinca'aa achitti hin ijaara» jedhe.