Genesis 35:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobofi ilmaani isaa godaanaa kaani jennaani nami dira d'aatu suni keesa jiru ch'ufti sodaa reebu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii ka'anii deeman sodaan Rabbii qachoota naannaya isaanii jiru maraa irratti bu'e; isaan deebi'anii ijoollee Yaaqoobii ari'u'uuf duukaa hin deemne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yaaqoobii fi maatiin isaa achii deemiisaaf ka'ane, Waaqi kolbaa adaala qachootaa irratti sodaa guddoo waan buuseef, isaan hin hordonne.