Genesis 36:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aloota Esau, ka maqaani isaa d'ibiini Edomu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horteen Eesawuu nama biyya Eedoomii kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiddi sanyii Esaawuu ka «Edoom» jedhamuu asii gad jiran.