Genesis 36:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kora, Gatamu ammalle Amaleki. Tunini ch'ufti d'aloota Esau, ta Adaani isaa d'alte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qoree, Gootaan, Eedoomii fi Amaaleeq; isaan kunniin hangaffan biyya Eedoomii ijoollee Aada'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoraahi, Gaataamii fi Amaaleqi; isaan ilmaan Eliifaazii worra lafa Edoomiititti bulchitoota te'e, akkoowwan Aadaa haadha manaa Esaawu'uu ti.