Genesis 36:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sibeoniini ilmaani d'iira lama qaba, Ayafi Ana. (Anaani kunini ka madda bisaani owitu yaatu arge, ato harre abba isaa tissu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Tibi'oonii Aayya'aa fi Aana'a; Aanaan uduu harriin abbaa ufii lafa gammoojji'ii keessatti tissu burqaa bisaanii arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Zebe'onii: Ayya'aa fi Aannaan; Aannaaniin kun harree Zibe'onii abbaa ifii adoo tissuu, goomolee keessatti ka madda o'u dhagge.