Genesis 36:35 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huusaanillee du'ee ilmi Haadaadii Baadaad ka namoota biyya Miidiyaamii lafa Moo'aabii irratti dhayetu bikka isaa mooye; maqaan qachattii sanii Aawiit jedhamti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hushaam yennaa du'e, Hadaad ilmi Badadii ka cinaa biyya Mo'aabiititti worra Miidiyaanii injifate mootii te'e; maqaan qachaa isaalle Aawiit jedhama.