Genesis 36:39 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Akiboorii Ba'aalhaanaan haga du'e bikka isaa Haadaaditu mooye; maqaan qachattii sanii Faa'u'u; haati manaa isaa Maayixeelebii Maaxireed deette ta mucattii Meesahaabiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ba'aal-Hanaan ilmi Akborii yennaa du'e, Hadaad mootii te'e; maqaan qachaa isaa Phaawu jedhama. Niitiin isaa ta «Mahexaabel» jedhantu, intala Maxiredii nama biyya Mezahabii ti.