Genesis 36:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Esauuni nad'eeni isaatiifi ijoolle isantiifi nama worra isaati galu ch'ufa fud'ate, loonifi hori lafa Kanaaniti horate ch'ufa fud'ate, oboleesa isaa biraa kae fulla d'ibiti godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eesawu haawwota manaa ufii, horii ufii, waan biyya Kana'aaniititti hore maraa qabatee obboleessa ufii Yaaqoobiin biraa gara biyya biraa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Esaawuun dubartoota ifii, ilmaan ifii, durra ifii, namoota mana ifii mara, loon, horii dhibii mara, qabeenna biyya Kana'aaniititti horate maralle fudhatee, Yaaqoobii obboleessa ifii biraa ka'ee, gara lafa dhibi'ii deeme.