Genesis 36:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini d'aloota Esau, abba gosa Edomu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan hortee Eesawuu abbaa worra Eedoomotaa ka gaara Seeyirii irra jiraatanii kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiddi dhaloota sanyii Esaawu'uu, ka «Edoomota» jedhamanu, worra biyya koobittii Se'iir keessa le'eef abbaa ka te'ee, asii gad jiran.