Genesis 37:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni lafa Kanaani, ta abbaani isaa duri keesa godaane, qubate ke tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob biyya abbaan isaa baqatee jiraate Kana'aaniin keessa taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob lafa abbaan isaa le'eeru, lafa Kana'aanii keessa le'e.