Genesis 37:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani Yusufu isa d'iibifatte, ammo abbaani waan kana ch'ufa herege garaa keeyate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan isaa itti hinaafan; abbaan isaa ammo dubbii san eega'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan isaa isa hinaafane; abbaan isaa ammoo waan kana qalbi'itti qabate.