Genesis 37:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni Yusufu yaame waan jed'eeni, Waan taatu, beeni, Shekemu fulla oboleyaani tante ree foorsitu, d'aqi. Yusufuuni, Hayye, ind'aqa jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el Yooseefiin, «Obboleewwan tee Seekeemitti akka hoolota tissa'aaran hin beettaamii? koottu gara isaanii si ergaa» jedheen; innillee «Maarre» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob, Yoseefiin, «Obboleeyyan teeti Sheekemitti akka horii tissiisatti jiranu hin beetta. Gara isaanii si ergaa koy» jedhe. Yoseefille, «Tole» jedhe.