Genesis 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani waan jed'eeni, Beeni, waan oboleyaani tanteetiifi reeni teenna ke jirtu laali, deebii, nati himi. Akanaani abbaani bale Hebroniti isa erge, Yusufuuni Shekemuuni bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaallee, «Dhaqiitii hoolotaa fi obboleewwan tee ka nagaya jiranii kaan laaliitii waan isaan irra jiraniin naa deebi'i» jedheen; akka kanaan gammoojjii Keebrooniitii ka'ee gara Seekeemii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa, «Dhaqii, obboleeyyan teetii fi horiin nageyaan akka jiranu ilaaliitii, deebi'ii natti himi» jedheen; akka kanaan abbaan Yoseefii dhooqa Kebroonii irraa isa erge. Yoseef yennaa Sheekem geye,