Genesis 37:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni lafa maru, nami toko isa arge waan jed'eeni, Isii gurba, maani barbaada?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu inni isaan soqaa xaaru namichi tokko argeenii «Maal soxxa?» jedhee gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaa diida keessa daddaaqu, namichi tokko dhaggee, «Ati maan barbaadda?» jedhee gaafate.