Genesis 37:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Oboleyaani tiyya ta ree foora ke jirtu barbaada. Yo beete, fulla isiini jirtu nati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Obboleewwan tiyya ta hoolota tissan soqa'aaraa; yabo'oo eessa akka jiran natti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef deebisee, «Obboleeyyan tiyya barbaadiisatti jira; maganne'ee addee isaan horii tissiisatti jiranu natti himi» jedheen.