Genesis 37:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani waan jed'eeni, Anini worra, Dothani godaanna jed'u d'agaye. Ya godaanani, achi laali. Duuba Yusufuuni faana deeme Dothaniti worra d'aqabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee, «Asii ka'aniiran; hennaa isaan ‹Gara Dootaayinii haa deemnuu› woliin jedhan dhagayeera» jedheen; Yooseef obboleewwan ufii hordofee Dootaayinitti isaan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi, «Isaan, ‹Dootaan dhandha› woliin jedhanuun waan dhage'eef, asii deemaneeran» jedheen. Tanaaf Yoseef obboleeyyan ifii faana dhaqee Dootaanitti isaan dhagge.