Genesis 37:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
koota, ijeemne reefa isaa boola tana toko keesa buumna; duuba, Bineensati nyaate jenna. Akanaani waan oobjuuni isaa d'ooftu ingarra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammuma ajjeefnee boolla kanatti gannee ‹Bineensa hama'atu nyaate› jennee eebjuu isaa keessaa kamtu akka ta'u laallaa» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, isa ijjeennee, reeffa isaa boolla tana keessaa takkatti'itti qolaansinee, bineensatti nyaate jenna. Achiin duuba oojjuun isaa maan akka teetu hin ilaalla» jedhane.