Genesis 37:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Reubeniini mari worra d'agaye isa lubbu baasu fed'e waan jed'e, Koota lubbu inijeemnu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roobeelillee kana dhagayee isaan harkaa isa hambisu'uuf «Lubbuu isaa hin balleessinu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ruuben ammoo tana yennaa dhage'e, «Hin ijjeennu» jedhee harka isaanii keessaa isa baase.