Genesis 37:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo boola tana keesa buumna, aka d'iigi isaa harka keennaani imbuune. Wonti inni akana jed'eefi, aka sila isa harka worra keesaa baase abbaati ergu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dhiiga isaa hin jissinaa'a; boolla gammoojji'ii kana keessatti gata'aa dhiisaa malee harka keessaniin hin ajjeesinaa'a» isaaniin jedhe; akkana jechuun isaa isa hambisee gara abba'aa deebisuu yaadeeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ruuben, isaaniin, «Dhiiga hin dhangalaasina'a; boolla goomole'ee tana keessa buusa'a malee, isa hin miidhina'a» jedhe. Inni harka isaanii keessaa isa baasiisee, abbaa isaatiif isa deebisiisaaf tana jedhe.