Genesis 37:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni oboleyaani isaatini bahe jennaani worri isa qabe ubaara isaa d'eera kaani iraa baase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef akkuma obboleewwan bira gayeen kittaa bareedduu isaa isa irraa mulqanii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef obboleeyyan ifii bira yennaa geye, isaan qoloo isaa ta seesa qaddu ta harka dheertu'uu san irraa baasanee,