Genesis 37:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, fulla akasi worra Ishmaeli kanati gurgurra. Innileeni oboleesuma keenna, d'iigumafi fooni keenna, wonti nu isa ijeemnuufi injirtu. Oboleyaani isaa, Ee jette isa gula deebite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
koottaa harka keennaan isa hin ajjeefnuu; inni obboleessa keenna waan ta'eef daldaltoota Ismaa'eliititti haa gurgurannuu» jennaan obboleewwanillee waan inni jedhetti wolii galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, worra Ishimaa'elootaa kanatti isa gurgurra. Inni obboleessa keenna, foonuma keenna waan te'eef, harka keennaan isa hin ijjeennu» jedhe; obboleeyyan isaalle yaada kanatti wolii galane.