Genesis 37:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bunat'uuni gosa Midiani d'ufte jennaani Yusufu boola keesaa fuud'ani qarsi diddamati worra gosa Ishmaeliti gurgurani; duuba worri Yusufu fud'ate lafa Misiritiini gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni Miidiyaamii haga lufan obboleewwan isaa Yooseefiin boolla keessaa baasanii daldaltoota Ismaa'eliititti saqilii diddamatti gurguratan; isaan gara biyya Misirii isa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Ishimaa'elootaa daldaltooti Miidiyaanii karaa saniin dabaraa turane; obboleeyyan Yoseefii boolla keessaa ol harkittee isa baattee, meetii diddamatti worra Ishimaa'elootaatitti gurguratte. Isaanille gara biyya Gibxi'ii isa geessane.