Genesis 37:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
oboleyaani ufiiti deebie waan jed'eeni, Gurbaani achi injiru, anini amma maani taha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uffata ufii bibbiinxa'aa gara obboleewwan ufii dhaqee, «Meeti mucaan boolla keessa hin jiruu anummaan eessa dhaqa?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara obboleeyyan ifii deebi'ee, «Mucaan achi hin jiru! Ani eessa goru naa woyya ree?» jedhe.