Genesis 37:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ubaara harka d'eera kaani abba isaaniti geesani waan jed'aniini, Ubaara kana lafaa fuune, ka much'a keeti mo?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata isaa ka bareedu ka dhiigatti cuuphan san fuudhanii abba'atti erganii akkana jedhaniin, «Nu kana argine uffanni kun ka mucaa keetii ta'u'uu fi ta'uu dhabuu hoo'u mee laali» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qoloo seesa qaddu ta harka dheertu'uu san fuudhanee gara abbaa ifii geessanee, «Nuuti qoloo tana dhaggineerra; me ilaali, woyaa ilma keetii moo ta isaatii moti?» jedhaneen.