Genesis 37:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni isaa, Iraa hafi jetteeni, ammo inni iraa hafu dide waan jed'e, Haga due boola seenuti anini isaa inuma boha. Duuba boha lakisu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaa ta dhiiraatii fi ta intalaa maruu isa jajjabeessu'uuf yaalanii dadhaban; inni, «Gadduma kanaan daa'ima kiyyatti eda'ama» jedhee abbaan isaa guddisee isaa booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan isaatii fi durri isaa duudiin isa jajjabeessiisaaf dhufane; inni ammoo jajjabaatiisa didee, «Ani haga du'utti, ilma kiyyaaf hin gadda» jedhe. Tanaaf ilma ifii Yoseefiif bowe.