Genesis 37:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga inni akasuma bohu, worri gosa Midiani kaani Yusufu Misiri keesati Potifati gurgurate. Potifaani suni huji Farao keesa jira, askartiini mana Farao eeddu ch'ufti isa jala jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Miidiyaamii sunniin ammo Yooseefiin biyya Misirii fidanii Phiixifaaraa worra Fari'ooniin woliin hojjatan keessaa baallii qabuu fi ka bulchaa eeddotaa ta'etti gurguratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san worri Miidiyaanii, biyya Gibxi'ii keessatti, ajajaa eeddota mana mootumma'aa ka te'e, qondaalticha mootii Gibxi'ii Phoxiifaaritti Yoseef gurgure.