Genesis 37:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaa aka abbaani isaa worra ch'ufa ira isa jaalatu arginaani isa jibbite dubbi hamtu iti dubbatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan isaa martinuu akka abbaan isaa maraa caalaa isa jaalatu haga argan jibbaniinii afaan nagayaatiin isa hin qaassan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan isaa akka abbaan isaanii isaan mara caalaa isa jaalate yennaa dhaggane, isa jibbanee, dubbii nageyaa isatti dubbatuu hin dandeenne.