Genesis 37:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuuni ch'ufti oobru keesa dargaye haamne mata mataani hid'u jira; jennaani ta anini hid'e taani olqajeelte ejite. Yo ani jed'e, teesani taani tiyya marsite durati gajejette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu nu'u maasaa keessatti qixiraa hidha'aarru qixiraan tiyya ol kaatee dhaabatte; qixiraan teessan qixiraa tiyya marsanii sagadaniif» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti fichaa wodhakka'atti laddee qamadi'ii hidhiisatti jiraayyu; laddeen tiyya ol kaatee dhaabbatte; laddeen teessanille isii marsitee sagaddeef» jedheen.