Genesis 38:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Yudaani oboleyaani isaa biraa deeme nama toko ka Hira jed'ani, ka Adulamuti d'alate, woliini tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'uma sanniin keessa Yihuudaan obboleewwan ufii irraa fooyamee gara nama Eeraas jedhamuu ka biyya Adoolaamii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Yihudaan obboleeyyan ifii lakkisee, namicha qachaa Adulaamii, ka maqaan isaa, «Hiiraa» jedhamu tokko bira qubate.