Genesis 38:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti diqo niitiini Yuda doote. Hamtu baafannaani isaafi jaala isaa Hiraani, ka worra isaani Adulamu, gara Timna, fulla ree isaa dabassa iraa ch'irani d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara baay'e'een maayessa haati manaa Yihuuda'aa mucattiin Seema'aa hin duute; innillee gadda irraa jajjabaatee gara namoota rifeensa hoolotaa ciranii gara Tamina'aa gara nama Eeraasii jaalalloo isaa ka biyya Adooloma'aa dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara heddu'uun duuba, niitiin Yihuda'aa intalti Shuwa'aa duute; Yihudaan gadda ifii fixateen duuba, ka'ee jaala ifii ka, «Hiiraa» jedhamu, nama qachaa Adulaamii san woliin gara Tiimnaa lafa hoolota isaa irraa rifeensa muranu dhaqe.