Genesis 38:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isiini woya hamtu taani baafatte woya d'ibi keeyatte fuula hagogatte fullo Enaimu, ka karaani Timna ke bahu, ke teete. Wonti isiini akasi taateefi, aka Shelaani ato guddatele isi imfuune beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee uffata haadha hiyyeessa san mulqattee uffata biraa uffattee fuulatti haguuggattee gara karaa Taminaa fidu cinaa balbala Eenaayimii teette; wonti kana gooteef Seeloom guddatee haadha manaa taasifatee akka hin fuune waan beetteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shelaan fuudha geyeeraayyu; Taamaar ammoo isatti akka heerumsiifamaa hin jirre dhaggitee, woyaa haadha hiyyeessumma'aa jijjiirattee, fuula ifii shaashi'iin hagooggattee, karaa Tiimnaa dhaqu cinaa, seensuma Enaayimii dura teette.