Genesis 38:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni kara d'aatuti isii gore waan jed'eeni, Hori hagami nama iraa fud'atta? (Inni aka isiini niiti ilma isaa imbeekhu.) Isiini waan jetteeni, Hagami naa kennita?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isi'itti goree «Yabo'oo sitti ooluu» jedheen; akka isiin haadha manaa ilma isaa taate waan hin beenneef. Isiinillee, «Natti oolu'uuf maal naa kennita?» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin niitii ilma isaa akka teete waan hin beekiniif inni gara isi'ii dhaqee, «Si woliin rafuu?» jedheen. Isiin, «Yoo ani si woliin rafe maan naa kennita?» jettee gaafatte.