Genesis 38:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti Yudaani intala gosa Kanaani, ta abbaani isii Shua jed'ani, arge fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti Yihuudaan mucattii Seewaanii ta biyya Kana'aanii argee fuudhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti Yihudaan intala nama biyya Kana'aanii, ka maqaan isaa, «Shuwaa» jedhamuu tokkoo dhagge; inni isii fuudhee isii woliin rafe.