Genesis 38:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worra lafa sunitini jed'e, Sharmut'itiini onana kara kana d'aatu teetu me? Nu takuma sharmut'a asi ingarre jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni namoota biyya saniitiin, «Intalti seebartuun karaa Eenaayimii cinaa teettu sun eessa dhaxxe? jedhee isaan gaafate; Isaanillee, «Dubartiin seebartuun akkasii sun as hin jirtu» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni namoota qachaa Enaamiitiin, «Sagaagaltittiin seensuma qachaa Enaamii cinaa jirtu takka eessa gorte?» jedhe. Isaan deebisanee, «Lakkii, sagaagaltittiin as hin jirtu» jedhane.