Genesis 38:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yudati deebie waan jed'eeni, Anini ya isi barbaade, d'abe, worri lafa sunileeni, Sharmut'i taka achi ind'umne naani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara Yihuuda'aa deebi'ee «Ani dubartii san hin argine; namoonni biyya saniillee ‹Dubartiin akkasii sun as hin jirtu› naan jedhan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni gara Yihuda'aa deebi'ee, «Ani dubartittii dhagguu hin dandeenne; namooti achi le'anulle, ‹Sagaagaltittiin as hin jirtu› anaan jedhane» jedhe.