Genesis 38:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato gabaasu jiranu, qonqo gara abba isii Yuda ergite waan jette, Nami na garaacheese abba miha kana, ilaali, abba miha kana mid'aafad'u, beesisa kanafi haada isaatiifi ule tanale abba himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isii gad baasan isiin soddaa ufiitiin, «Ani abbaa meeshaa kanniinii irraa ulfaaye; Qubeen, Hirboorrinii fi Uleen tun ta eennuuti?» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin yennaa qabantee gad baate, «Ani abbaa qube'ee fi ulee tanaatiif ulfoye. Qubee maqaan irra jiruu fi waan ittiin hidhatanu woliin, ulee tanalle ilaaliitii, ka eennuu akka te'ane natti himi?» jettee abbaa soddaa ifii Yihuda'atti ergite.