Genesis 38:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo daimi kaani harka keesa deefate, oboleesi isaa durati d'alate. Jennaani niitiini deesiftu taani waan jette, Atini akanuma irreeni keesaa baata! Tanaafi maqa Peresi baasanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo harka ufii ol deebifannaan obboleessi isaa kuun isa dura dhalate; deessiftuun, «Maaf irre'een cabsitee baate?» jettee maqaa isaa Faarees jettee itti baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni harka ifii keessatti deebifate ammoo, obboleessi isaa dursee dhalate. Dubartittiin deessitelle, «Ati attam attam cassitee baate!» jettee, maqaa isaa «Faares » jette.