Genesis 38:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba oboleesi isaa ka liilana diima harkaa qabu d'alate, maqa isaa Zera baasanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa obboleessi isaa ka jirbii diimaa harkaa qabu dhalannaan maqaa isaa Zaaraa jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, finni liilana diimaa harka irraa qabu dhalate; maqaa isaalle, «Zaaraa » jedhanee baasane.