Genesis 38:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gaafa Yudaani Kesibu jiru, ilma d'alteefi maqa Shela baafteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ilma deettee maqaa isaa Seeloom jettee itti baafte; hennaa isa deettu isiin biyya Kisib jedhamu keessa jiraatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle dabaltee ilma dhibii deette; maqaa isaa, «Shelaa» jette. Isiin biyya Kiziibiititti mucaa kana deette.