Genesis 38:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Onaniini aka ijoolleeni sunini ta isaa intaane beennaani, yo niiti suni bira bule ch'ufa gudeeda d'iira lafati naqe, aka oboleesi isaa ijoolle inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awunaan akka fiixaan isaan hin waamamne haga beeke haadha manaa obboleessa ufii dhaalee obboleessa ufiitiif fiixaa hambisuu jibbee sanyii hormaataa lafatti jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Onaan sanyiin ta isaa akka hin teene waan beekeef, niitii obboleessa ifii woliin yennaa rafu mara, bisaan ifii ka sanyii te'u san lafatti jissee, obboleessa ifii sanyii malee hambure.