Genesis 39:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri gosa Ishmaeli kaani Yusufu fuud'e lafa Misiriti geese, achiti hojattu hayyuu, ka gudda askarti mana isaa eeddu, ka Potifa jed'aniti gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef gara biyya Misirii gad bu'e; Phiixifaaraan namni biyya Misirii hojjattoota Fari'oonii keessaa tokko, bulchaan eeddotaa, Ismaa'eloota Yooseefiin gara biyya Misirii fidan irraa Yooseefiin bitate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef gara biyya Gibxi'ii gad geessane; qondaaltota mootii Gibxi'ii keessaa tokkochi, phoxiifaariin nami biyya Gibxi'ii ajajaan eeddota mana mootumma'aa, worra Ishimaa'elootaa ka gara biyya Gibxi'ii isa fide irraa Yoseef bitate.