Genesis 39:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojattu mana keesa hojatu ch'ufati iyyite, D'iiro, ilaala, namichi Ebrania ka d'iirsi kiyya mana kiyyatiini gale kaani ya nu miid'e. Reefu tana nati olseene na buufachu fed'e, ammo anini haguma dandau iti iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota mana ufii itti waamtee «Laalaa'a wonti inni nama Ibrootaa kana natti galcheef akka inni nutti balduuf; inni natti oolu'uuf mana natti seennaan ani laagaa ol qabadhee guddisee iyyinaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajiltoota mana isi'ii keessa hujanu waantee, «Kunoo, namicha Ibraawicha nu fokkisiisaaf abbaan manaa kiyya as fide kana ilaala'a. Inni hunnaan na woliin rafiisaaf gara kolloo tiyyaa seene; ani ammoo qoonqoo ol qabadhee itti iyye.