Genesis 39:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani haga d'iirsi galuti, woya isaa ufi bira olkeete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga gooftaan isaa galuuf uffata isaa san uf bira keette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin haga goottaan isaa galutti woyaa isaa ifi bira keyattee eedde.